Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n waajira isaa Wiirtuu (Gulallee) Waxabajji 09, 2025 bakka Hoggantoonni Gumii Waloo Paartilee Siyaasaa Damee Finfinnee jiranitti deebisee fudhachuu beksise. Boordiin ...
Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Adoolessa 15 bara 1995tti Waashingitan DC irraa Afaan Oromootiin tamsa'u tokko jedhe eegale. Waggoota 29 darbaniif gama raadiyoo dambalii gabaabaa fi saatalayaatiidhaan ...